Macaafa Saamu'el Isa Duraa 18:7-8
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 18:7-8 MACQUL
Dubartoonni sunis, <<Saa'ol kumaatama ajeefate, Daawit garuu kuma kumaatamaa in ajeefate>> jedhanii, wal harkaa fuudhanii in weeddisu turan*. Dubbiin kun hamaa ta'ee Saa'olitti waan mul'ateef, baay'isee isa aarse;<<Anaaf kumaatama, Daawitiif garuu kuma kumaatamaa in lakkaa'an; mootummicha fudhachuu malee, maaltu isa hafe!>> jedhe.