1
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 12:24
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Mee wanta gurguddaa Waaqayyo isiniif godhe yaadadhaa! Isa duwwaa sodaadhaa! Amanamummaadhaan garaa keessan guutuudhaanis isaaf hojjedhaa!
Compare
Explore Macaafa Saamu'el Isa Duraa 12:24
2
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 12:22
Waaqayyo saba isaa isin godhachuun waan isatti toleef, inni ulfina maqaa isaa isa guddaadhaaf jedhee isin hin dhiisu*.
Explore Macaafa Saamu'el Isa Duraa 12:22
3
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 12:20
Saamu'el immoo jaraan,<<Isin wanta hamaa kana hundumaa hojjettaniittu; amma immoo hin sodaatinaa! Garaa keessan guutuudhaan Waaqayyoof hojjedhaa malee, isa irraa gara hin galinaa!
Explore Macaafa Saamu'el Isa Duraa 12:20
4
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 12:21
Waaqayyolii tolfamoon kan waa'ee hin baafne waan ta'aniif, isaan isin hin gargaaran, isin hin oolchanis; kanaaf gara isaaniitti hin gorinaa*!
Explore Macaafa Saamu'el Isa Duraa 12:21
Home
Bible
Plans
Videos