Achiin duuba Seexanni gara Yerusaalemii isa geessee, guutuu Galma Waaqaa gubba'atti dhaabbachiisee, “Barreeffam Woyyichi, ‘Waaqi ergantoota ifii akka si eeganuuf hin ajaja. Isaanille miila keeti dhakaan akka hin miine harka ifiitiin ol si hin qaban’ waan jedhuuf, ati Ilma Waaqaa yoo teete, asi gubba'aa ifi gad darbi” isaan jedhe. Yesuus deebisee, “Barreeffam Woyyichi, ‘Goottaa Waaqa keeti haga hin ilaalin’ jedha” jedheen.