1
Wongeela Yohaannisii 4:24
Guji Oromo New Testament 2007
Waaqi Ayyaana; worri isa waaqonfatulle Ayyaana fi dhuga'aan isa waaqonfatuu qaba” jedheen.
Compare
Explore Wongeela Yohaannisii 4:24
2
Wongeela Yohaannisii 4:23
Yennaan worri dhuga'aan waaqonfatu, Ayyaanaa fi dhuga'aan Abbaa waaqonfattu ammoo hin dhuti; ammummaayyuu dhutteerti. Inni worra akkas dhuga'aan isa waaqonfatanu barbaada.
Explore Wongeela Yohaannisii 4:23
3
Wongeela Yohaannisii 4:14
bisaan ani isaaf kennu ka unu ammoo ijjumaa deebi'ee hin dheebotu. Bisaan ani isaaf kennu sun isa keessatti madda jiruu bara baraa burqu te'a” jedhe.
Explore Wongeela Yohaannisii 4:14
4
Wongeela Yohaannisii 4:10
Yesuus deebisee, “Kennansa Waaqaatii fi ka bisaan uni'ii si gaafatiisatti jiru kun eennu akka te'e adoo beettee jiraattee, atinuu silaa isa gaafattee, inni bisaan jiru'uu si'iif kennaayyu” jedhe.
Explore Wongeela Yohaannisii 4:10
5
Wongeela Yohaannisii 4:34
Yesuus isaaniin, “Sagaleen tiyya, fedhii ka ana ergee godhu'uu fi hujii isaa muummessu'u.
Explore Wongeela Yohaannisii 4:34
6
Wongeela Yohaannisii 4:11
Dubartittiin, “Goottaa kiyya, ati waan ittiin woraabbattu hin qaddu; boollille qile'e; bisaan jiru'uu san eessaa fidda ree?
Explore Wongeela Yohaannisii 4:11
7
Wongeela Yohaannisii 4:25-26
Dubartittiin isaan, “Masiihiin Kiristoos jedhamu akka dhufu hin beeka; inni yennaa dhufe waan mara nu'utti hima” jetteen. Yesuus deebisee, “Ani ka si woliin dubbatiisatti jiruuyyuu isa” jedheen.
Explore Wongeela Yohaannisii 4:25-26
8
Wongeela Yohaannisii 4:29
“Namicha waan ani godhe mara anatti hime kowa'aatii ilaala'a. Inni Masiihii te'inaa?” jette.
Explore Wongeela Yohaannisii 4:29
Home
Bible
Plans
Videos