Wongeela Yohaannisii 4:25-26
Wongeela Yohaannisii 4:25-26 GAXNT
Dubartittiin isaan, “Masiihiin Kiristoos jedhamu akka dhufu hin beeka; inni yennaa dhufe waan mara nu'utti hima” jetteen. Yesuus deebisee, “Ani ka si woliin dubbatiisatti jiruuyyuu isa” jedheen.