Seera Uumamaa 16:13

Seera Uumamaa 16:13 KITWOY

Aggaar ammo, «Dhugamaan ani Rabbii na arge san ijaan argee lubbu'uun jiraadhaa?» jettee Gooftaa isii qaasseen «El Roo'i» jetteen. El Roo'i jechuun «Waaqa na argu arge» jechu'u.

Video vir Seera Uumamaa 16:13