Akkuma bifa bara Noohii turee titti, Ilma Namaa yeroo dhufutti'llee, akkuma kana ni ta'a. Bara sanitti, bishaan badi'iitiin duranatti haga guyyaa Noohi gara dooni'ii aseenee titti, namoonni nyaata'aatii fi dhuga'aa, fuudha'aanii fi wolitti fuusisa'aa'llee ni turan. Bishaan badi'ii dhufee marumaa wolitti qabee haga yeroo haree fudhatuu titti, isaan hin beekinne turan, dhufaatiin Ilma Namaa'llee akkuma kana ni ta'a.