YouVersion
Pictograma căutare

Yohaannis 2:15-16

Yohaannis 2:15-16 KAKHAA

Innii lichoo funnoo midhaaffatee, warra cufaa hooliyyee fi loon isaanii waliin mana Waaqaa keessaa gussee, horii jara beesee jijiiruu cufaa jissee, xerepheesaallee garagagaliche. Warra sabaliisa gurguruun ammoo, “Waan kana armaa balleessaa! Mana Abbaa kiyyaa mana gabaa hintolchinaa” jedhe.