1
Uumama 30:22
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
Waaqnis Raahelin yaadate; kadhannaa ishees dhagaʼee gadameessa ishee baneef.
तुलना
अन्वेषण गर्नुहोस् Uumama 30:22
2
Uumama 30:24
Isheenis maqaa isaa Yoosef jettee moggaaftee, “WAAQAYYO ilma biraa naaf haa dabalu” jette.
अन्वेषण गर्नुहोस् Uumama 30:24
3
Uumama 30:23
Isheenis ulfooftee ilma deessee, “Waaqni qaanii koo narraa fuudheera” jette.
अन्वेषण गर्नुहोस् Uumama 30:23
होम
बाइबल
योजनाहरू
भिडियोहरू