Wongeela Yohaannisii 10:29-30
Wongeela Yohaannisii 10:29-30 GAXNT
Abbaan kiyya, ka isaan anaaf kenne waan mara caala, eennulle dande'ee harka Abba'aatii isaan hin butu. Abba'aa fi Ani tokko” isaaniin jedhe.