YouVersion 로고
성경묵상동영상
앱 다운로드
언어 선택
검색 아이콘

Uumama 8 - 인기 성경 구절

1

Uumama 8:21-22

KITAABA WAAQA KA KITAABA DEUTAROKANONIKOL/ APOKRIFA QABU

BOR

AABBO Waaqi ch'inch'a fooni gubani suni suufe jennaani waan ufiini jed'e, Anini deebie namaa jed'e lafa inabaaru, ato heregi garaa isaa haguma inni d'alate hamale tahe, yokhaani anini waan lubbu qaba aka qara balleese kana deebie imballeesu. Haga lafti jirtu, oobrachafi murachaani, qabanafi owi, bonaafi roobi, yokhaani halkanifi guyyaleeni deebite imbaddu.

비교

Uumama 8:21-22 살펴보기

2

Uumama 8:20

KITAABA WAAQA KA KITAABA DEUTAROKANONIKOL/ APOKRIFA QABU

BOR

Jennaani Nuhuuni fulla sorio iti qalani AABBO Waaqaa jaare, bineensafi simpirre gosa ch'ufa, ka nami nyaatu toko tokooni keesa fuud'e, gube sorio fulla suniti Waaqaa baase.

비교

Uumama 8:20 살펴보기

3

Uumama 8:1

KITAABA WAAQA KA KITAABA DEUTAROKANONIKOL/ APOKRIFA QABU

BOR

Waaqi Nuhufi bineensafi hori isa woliini hobolo keesa jira ch'ufa qaabate, bubbe bubbise bisaani gadeebise.

비교

Uumama 8:1 살펴보기

4

Uumama 8:11

KITAABA WAAQA KA KITAABA DEUTAROKANONIKOL/ APOKRIFA QABU

BOR

Sabaliisi kaani ka baala ejersa doti afaani qabu galgala isati deebie. Duuba Nuhuuni akanaani aka bisaani fooqatani hubate.

비교

Uumama 8:11 살펴보기

Uumama 8: 관련 무료 묵상 계획

이전 장
다음 장
YouVersion

매일 하나님과 친밀하게 동행하도록 격려하고 도전하기.

사역

소개

채용 정보

자원 봉사

블로그

기사

유용한 링크

도움

후원

성경 번역본

오디오 성경

성경 언어

오늘의 말씀


디지털 사역

Life.Church
한국어

©2026 Life.Church / YouVersion

개인 정보 취급 정책약관
취약점 공개 프로그램
페이스북트위터인스타그램유튜브핀터레스트