1
Yohana 4:24
KITAABA WAAQA
Waaqi Lubbu, nami isa kad'atu lubbufi d'ugaani kad'achu male.
비교
Yohana 4:24 살펴보기
2
Yohana 4:23
Ammo guyyaani ind'ufa, ammalle arma jira, ka nami aka d'uga kad'atu lubbufi d'ugaani Abba kad'atu. Nama akana kana Abbaani barbaada aka isa kad'atu.
Yohana 4:23 살펴보기
3
Yohana 4:14
ammo nami bisaani anini kennu d'ugu haga jiru jireennale deebie ind'eebotu. Wonti akanatiifi bisaani anini kennu suni isa keesa maddani burqa tahani, haga jiru jireennale deebie ind'eebotu.
Yohana 4:14 살펴보기
4
Yohana 4:10
Yesoni waan jed'eeni, Yo sila atini galata Waaqaa beete ammalle nama bisaani si kad'atu kana beete, bisaani jireenna isa kad'atta.
Yohana 4:10 살펴보기
5
Yohana 4:34
Yesoni waan jed'eeni, Sagaleeni tiyya aka anini fed'i nama na erge tolche huji isaa hobaasu.
Yohana 4:34 살펴보기
6
Yohana 4:11
Niitiini taani waan jetteeni, Aabbo, atini waan woraabduuni inqabdu, eelileeni guddo gadi qile, eesa bisaani jireenna suni argatta re?
Yohana 4:11 살펴보기
7
Yohana 4:25-26
Niitiini taani waan jetteeni, Aka Masihi, ka Kristo jed'ani d'ufu, anini imbeekha. Inni gaafa d'ufu waan ch'ufa nu barsiisa. Yesoni waan isiini jed'e, Ka siini dubbatu kunini isuma.
Yohana 4:25-26 살펴보기
8
Yohana 4:29
Koota, nama waan anini duri tolche ch'ufa nati hime ilaala. Kunini Kristo taha? jette gaafate.
Yohana 4:29 살펴보기
홈
성경
묵상
동영상