1
Uumama 14:20
KITAABA WAAQA KA KITAABA DEUTAROKANONIKOL/ APOKRIFA QABU
Waaqa gudda ka nyaapa kanke ch'ufa si dabsachiise ha faarsani! Abramuuni hori nyaapa iraa deebise Melkizedeki qoode.
比較
Uumama 14:20で検索
2
Uumama 14:18-19
Jennaani Melkizedekiini, ka hayyu Salemu, ka ammalle qaallu Waaqa Guddaa, qit'afi daad'i Abramuu geese eebiseefi waan jed'e, Waaqi Guddaani, ka lafafi gubba uume, Abramu eeba kenninna!
Uumama 14:18-19で検索
3
Uumama 14:22-23
Abramuuni harka olfud'ate kakhate waan jed'eeni, Anini Waaqa AABBO Gudda, ka lafafi gubba uume durati kakhad'a, aka waan kanke tokoleeni inteenne, waan d'ibi lakisi liilanafi limele, aka ati dandeete, Anati Abramu duroomse deebite injenne.
Uumama 14:22-23で検索
ホーム
聖書
読書プラン
ビデオ