1
Maatewos 9:37-38
Kakuu Haaraaka
Jennaan Yesus jara isaatiin, “Midhaan muran guddoo, namii midhaan muru ammoo diqaa. Tanaaf akka innii nama midhaan muru oobruutti ergu abbaa midhaan sunii kadhadhaa!” jedhe.
Lee anya n'etiti ihe abụọ
Nyochaa Maatewos 9:37-38
2
Maatewos 9:13
Beenaa, waan jecha kanaa hubadhaa, anin naasuu fedhaa, sooriyoo hinfedhu. Anin cubbicha malee, nama qajeelaa yaamuu hindhumne” jedheen.
Nyochaa Maatewos 9:13
3
Maatewos 9:36
Gumii arginaan, marroo isiin qarqaarsa dhabdee dadhabdee hooliyyee tissituu hinqamnee fakkaateef na'eef.
Nyochaa Maatewos 9:36
4
Maatewos 9:12
Yesus dubbii taan dhageennaan, “Namii fayyaa qabu cireessa hinbarbaadu, nama fayyadhabe callaatti barbaada.
Nyochaa Maatewos 9:12
5
Maatewos 9:35
Duuba Yesus achii deemee dira, ollootaa fi manneen Waldeennaa keessatti oduu dansaa mootummaa Waaqaa, haasaa'ee dhukkubaa fi fayyadhaba cufa fayyise.
Nyochaa Maatewos 9:35
Ebe Mmepe Nke Mbụ Nke Ngwá
Akwụkwọ Nsọ
Atụmatụ Ihe Ogụgụ Gasị
Vidiyo Gasị