1
Wongeela Maatewos 4:4
Waadaa Haarawa
Yesus garuu, «Naminni ka jiraatu dubbii afaan Waaqaatii bayu maraan malee, buddeena qofaanii miti jedhamee barreeffamee jira» jedheen.
Lee anya n'etiti ihe abụọ
Nyochaa Wongeela Maatewos 4:4
2
Wongeela Maatewos 4:10
Yeroo sanitti Yesus, «Gooftaa Waaqa keetiif sagadi, isuma qofa'llee Waaqeffadhu! jedhamee barreeffamee jiraatii, ati sheexanni narraa fagaadhu!» jedheen.
Nyochaa Wongeela Maatewos 4:10
3
Wongeela Maatewos 4:7
Yesus'llee deebisee, « ‹Gooftaa Waaqa kee hin qormmaatniin!› jedhamee barreeffamee jira» jedheen.
Nyochaa Wongeela Maatewos 4:7
4
Wongeela Maatewos 4:1-2
Kanaan duubatti, Yesus sheexanaan akka qormmaatamuuf Hafuurri Waaqaa gara lafa gammoojji'ii ni fudhateen. Achitti'llee guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa eega soomeen duubatti, ni beelaye.
Nyochaa Wongeela Maatewos 4:1-2
5
Wongeela Maatewos 4:19-20
Yesus'llee, «Kootaa ana horddofaa, akkuma qurxummii qabdanitti, namoota'llee akka wolitti naa qabddan isin ni taasisa» isaaniin jedhe. Isaan'llee bakkumatti tabbaarrii isaanii dhiisanii, isa ni horddofaniin.
Nyochaa Wongeela Maatewos 4:19-20
6
Wongeela Maatewos 4:17
Yeroo sanii jalaqabee Yesus, «Mootummaan Sami'ii dhiyaatee jirttiitii, gara Waaqaa deebi'aa!» jedha'aa, lallabuu jala ni qabe.
Nyochaa Wongeela Maatewos 4:17
Ebe Mmepe Nke Mbụ Nke Ngwá
Akwụkwọ Nsọ
Atụmatụ Ihe Ogụgụ Gasị
Vidiyo Gasị