1
Uumama 13:15
KITAABA WAAQA
Lafa ati agarte tana ch'ufa siifi ilmaani teeti kenna, haga jiru jireenna teesani taati.
Lee anya n'etiti ihe abụọ
Nyochaa Uumama 13:15
2
Uumama 13:14
Eegi gargari bahani, AABBO Waaqi waan Abramuuni jed'e, Fulla jirtu tana mirgaafi bitaa gama ch'ufa ilaali.
Nyochaa Uumama 13:14
3
Uumama 13:16
Anini d'aloota kanke daraarse aka biyye tolcha; yo dandaani biyye hedani d'aloota keetile hedani.
Nyochaa Uumama 13:16
4
Uumama 13:8
Jennaani Abramuuni waan Lutuuni jed'e, Nu fiit'a, wold'abu himmalle, yokhaani tissituuni teennaleeni woldidu himmalle.
Nyochaa Uumama 13:8
5
Uumama 13:18
Duuba Abramuuni kae godaane, mukeeni woyyu ta Mamre, d'aatu dira Hebroniti qubate, artiti fulla sorio iti qalani AABBO Waaqaa jaare.
Nyochaa Uumama 13:18
6
Uumama 13:10
Lutuuni mirgaafi bitaa millate, gara galaana Yordani haga lafa Zoari ilaale, aka isiini bisaani dansa qabdu arge, akuma oobru AABBO Waaqa yokhaani lafa Misiri. (Gaafasi gaafa AABBO Waaqi Sodomafi Gomora imballeesini.)
Nyochaa Uumama 13:10
Ebe Mmepe Nke Mbụ Nke Ngwá
Akwụkwọ Nsọ
Atụmatụ Ihe Ogụgụ Gasị
Vidiyo Gasị