1
Uumama 11:6-7
KITAABA WAAQA
waan jed'e, Me ilaala, worri kunini ch'ufti gosa toko, ammalle afaani toko dubbatani; iti keeyachaani waan worri armaa achi tahu tana. Armaa achi worri woma yaadu taha! Koota me, gadi buune, afaani worraa wolmilisine, aka worri wolind'ageenne.
Lee anya n'etiti ihe abụọ
Nyochaa Uumama 11:6-7
2
Uumama 11:4
Jennaani waan jed'ani, Koota me, dira jaaranne, mana d'eera ka fiit'eeni isaa Waaqati ejitule jaarra, aka gurra baafanne lafa ch'ufa keesa gargari imbaane.
Nyochaa Uumama 11:4
3
Uumama 11:9
Tanaafi dira suni maqa Babeli baasani; wonti akanatiifi achiti AABBO Waaqi afaani nama ch'ufa wolmillise, achumaani nama ch'ufa gargari baase wolhanqise.
Nyochaa Uumama 11:9
4
Uumama 11:1
Gaafa qara nami ch'ufti afaani toko dubbata, dubbileeni toko.
Nyochaa Uumama 11:1
5
Uumama 11:5
Jennaani AABBO Waaqi gadi bue, dirafi mana d'eera nami jaare argu d'ufe
Nyochaa Uumama 11:5
6
Uumama 11:8
Duuba AABBO Waaqi lafa ch'ufa keesa worra gargari baase wolhanqise; jennaani worri ijaarsa dira suni lakise.
Nyochaa Uumama 11:8
Ebe Mmepe Nke Mbụ Nke Ngwá
Akwụkwọ Nsọ
Atụmatụ Ihe Ogụgụ Gasị
Vidiyo Gasị