Wongeela Maatewoosii 24:9-11

Wongeela Maatewoosii 24:9-11 GAXNT

“Achiin duuba isaan akka rakkattanuu fi ijjeefantanu dabarsanee isin hin kennan, sababa maqaa kiyyaatiif gosa maraan hin jibbatantan. Yennaa san namooti hedduun dhugeeffannaa irraa hin jigan, isaan wol dabarsanee hin kennan, wolille hin jibban. Raagoti dharaa hedduulle hin ka'an, worra hedduulle hin dokonkorsan.