1
Wongeela Maatewoosii 27:46
Guji Oromo New Testament 2007
Gara sa'aatii sagaliititti Yesuus, “Elo'ii, Elo'ii, lamaa sabaktanii?” jedhee qoonqoo guddo'oon iyye; akkas jechuun, “Waaqa kiyya, Waaqa kiyya, maaf ana lakkitte?” jechu'u.
Bandingkan
Telusuri Wongeela Maatewoosii 27:46
2
Wongeela Maatewoosii 27:51-52
Yennuma san gollaan Galma Waaqaa keessaa gubba'aa haga gadii addee lamatti tarsa'e. Latti tachoote, rassaalle dadayya'e. Irreensotille banamanee, kolbaan Waaqaa ta duute keessaa worri hedduun ka'ane.
Telusuri Wongeela Maatewoosii 27:51-52
3
Wongeela Maatewoosii 27:50
Achiin duuba Yesuus ammalle qoonqoo guddo'oon iyyee du'e.
Telusuri Wongeela Maatewoosii 27:50
4
Wongeela Maatewoosii 27:54
Ajajaan dhibbaatii fi worri isa woliin Yesuus eegaa turane, tacho'a lafaatii fi waan te'e yennaa dhaggane, guddoo sodaatanee, “Dhugumaan nami kun Ilma Waaqaa ti” jedhane.
Telusuri Wongeela Maatewoosii 27:54
5
Wongeela Maatewoosii 27:45
Orraa sa'aatii jaan jalqabee haga sa'aatii sagalii latti duudiin dukkanootte.
Telusuri Wongeela Maatewoosii 27:45
6
Wongeela Maatewoosii 27:22-23
Philaaxoos, “Yesuus ka Masiihii jedhame maan godhu ree?” isaaniin jedhe. Isaan martinuu, “Inni fannifamuu ti!” jedhane. Achiin duuba inni, “Maaf? Inni yakkaa maan hujeera?” jedhee isaan gaafate. Isaan ammoo, “Inni fannifamuu ti!” jedhanee iyyanee hogisane.
Telusuri Wongeela Maatewoosii 27:22-23
Beranda
Alkitab
Rencana
Video