Dubbii Nagayaa Ka Yohaannisii 7:39
Dubbii Nagayaa Ka Yohaannisii 7:39 KITWOY
Kana ammo waan Ayyaana Woyyu'uu ka worri isatti amanan argatu'uuf ta'uu san dubbate. Waan Yesuus gara ulfinnaa ol hin bayiniif Ayyaanni Woyyuun hennaa san hin kennamne ture.