1
Yohaannis 15:5
Kakuu Haaraaka
Anin muka weyniiti, isan dameelee; nama na keessa taa'ee aniilleen keessa taa'uu callaatti midhaan guddoo baasa; wantii akkanaatiif na malee dandeetanii homaa hintolchitani.
Vertaa
Tutki Yohaannis 15:5
2
Yohaannis 15:4
Na keessa taa'aa! Aniilleen isan keessa taa'aa. Akkuma dameen yo muka weyniitti ejjite malee, kophaa ufii midhaan hinbaamnee, akkasuma isaniilleen yo na keessa teettan malee, homaa hindandeenne.
Tutki Yohaannis 15:4
3
Yohaannis 15:7
Isan yo na keessa teetanii dubbiin tiyyaalleen isan keessa teete, waan feetan cufaa kadhadhaa, isanii kennanii.
Tutki Yohaannis 15:7
4
Yohaannis 15:16
Isan na hinfoohanne, ammoo natti isan foohate; akka deemtanii midhaan baaftaniif, midhaan keessaniilleen akka hinhamaanneef, tanaaf waan maqaa kiyyaan kadhattan cufaa Abbaan isanii kenna.
Tutki Yohaannis 15:16
5
Yohaannis 15:13
Namii tokkolleen jaalala hagana irraa hinqabu, ta namii marroo jaallan ufiitiif du'u.
Tutki Yohaannis 15:13
6
Yohaannis 15:2
Damee na keessa jirtu ta midhaan hinbaamne cufaa innii hinballeessa, damee midhaan baaftu cufaa ammoo akka haga qaraallee irra midhaan baaftu innii kolkoleetti midhaassa.
Tutki Yohaannis 15:2
7
Yohaannis 15:12
“Seerii kiyya kanaa, akka anin isan jaaladhe isaniilleen waljaaladhaa!
Tutki Yohaannis 15:12
8
Yohaannis 15:8
Waan isan akkanaan, midhaan guddoo baafatanii jara kiyya taataniif, Abbaan kiyyaa inguddifamaa.
Tutki Yohaannis 15:8
9
Yohaannis 15:1
Anin Zabibuu dhugaati, Abbaan kiyya abbaa oobruuti.
Tutki Yohaannis 15:1
10
Yohaannis 15:6
Namii na keessa hinteenne, akkuma damee alaattii gatani; duuba hingoga; dameelee sun walti guuraniitti ibiddaatti naqanii gubani.
Tutki Yohaannis 15:6
11
Yohaannis 15:11
Akka gammadii kiyya isan keessa taa'ee, gammadii keessaniilleen guutamuu anin waan kana cufaa yaayyuu isanitti hime.”
Tutki Yohaannis 15:11
12
Yohaannis 15:10
Akkuma anin seera Abbaa kiyyyaa cufaa guutee, jaalala isaa keessa taa'uu, isaniilleen seera kiyya cufaa yo guutan jaalala tiyya keessa teettani.
Tutki Yohaannis 15:10
13
Yohaannis 15:17
Waan kana duuba anin isanitti himaa, waljaaladhaa!” jedhe.
Tutki Yohaannis 15:17
14
Yohaannis 15:19
Adoo isan nama lafa tanaa taatanii, namii lafa tanaa akkuma waljaalatu isaniillee jaalata; ammoo waan isan nama lafaa hinta'iiniif ammallee waan anin lafa keessaa isan foohadheef, namii lafaa isan jibba.
Tutki Yohaannis 15:19
Koti
Raamattu
Suunnitelmat
Videot