Waan kana jennaan innii qoonqoo olfudhatee lallabee, “Alaazaar, koottii, gaba'i” jedhe. Namichii du'e kaan ka wayaa awwaalatiin harkaa fi miilii walti hidhaansa qabu, ka ammallee fuula isaa bututuun hidhan, boollaa ba'ee, Yesus warraan, “Irraa hiikaa, haa deemuutii!” jedhe.