1
Yohaannis 10:10
Kakuu Haaraaka
Hattuun, yo hatuuf, qaluuf, yakkuuf, dhufti malee hindhuftu. Anin ammoo akka hooliyyeen jireenna argatuuf dhufe, akka guddichee argattu.”
Vertaa
Tutki Yohaannis 10:10
2
Yohaannis 10:11
“Anin tissituu dansaa. Tissituun dansaan jireenna ufii marroo hooliyyeetiif baafti.
Tutki Yohaannis 10:11
3
Yohaannis 10:27
Hooliyyeen tiyya qoonqoo tiyya dhageetti, anilleen isii beeka, isiilleen na gula yaati.
Tutki Yohaannis 10:27
4
Yohaannis 10:28
Anin jireenna barabaraa kennaaf, isiin haga jirtu hindootu; namii tokkolleen harka kiyya keessaa hinfudhatu.
Tutki Yohaannis 10:28
5
Yohaannis 10:9
Anin karra. Namii yo naan olseenee inbaafama; ammallee olhinseena, gadiillee inba'a, dheedaallee inargata.
Tutki Yohaannis 10:9
6
Yohaannis 10:14
Anin tissituu dansaa. Anin hooliyyee tiyya inbeeka, isiilleen na beetti
Tutki Yohaannis 10:14
7
Yohaannis 10:29-30
Abbaan kiyya ka isii naa kenne cufa irra jira. Namii tokkolleen danda'ee harka Abbaa keessaa isaan hinfudhatu. Naa fi Abbaan kiyya nama takkaa” isaaniin jedhe.
Tutki Yohaannis 10:29-30
8
Yohaannis 10:15
Akkuma Abbaan na beekee, anilleen Abbaa beeku; naaf hooliyyeen tiyyaalleen walbeenna; anin lubbuu tiyya marroo hooliyyeetiif baasa.
Tutki Yohaannis 10:15
9
Yohaannis 10:18
Namii tokkolleen narraa hinfudhatu, anumaatti ufumaan baasa malee. Anin jabeenna baasuunii fi ka ammallee deebisee fudhadhuun qaba. Dhaamsa kana anin gara Abbaa kiyyaatti argadhe” jedhe.
Tutki Yohaannis 10:18
10
Yohaannis 10:7
Tanaaf Yesus ammallee warraan, “Anin dhuguma dhugaatiin isanitti himaa, anin karra hooliyyeeti!
Tutki Yohaannis 10:7
11
Yohaannis 10:12
Namii bitamee hojjatu, ka hooliyyeen ta isaa hinta'iin, yo ya'iin dhuftuu lakkiseetti baqata; ya'iin hooliyyee qaqabdeetti bittinneesiti.
Tutki Yohaannis 10:12
12
Yohaannis 10:1
Anin dhuguma dhugaatiin, isanitti himaa, “Namii moonaa hooliyyee karraan hinseennee, ammoo dhaattuun koruu, hattuu fi saamtuu.
Tutki Yohaannis 10:1
Koti
Raamattu
Suunnitelmat
Videot