1
Seera Uumamaa 13:15
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Biyya ati argitu kana hundumaa ani kennaa bara baraa godhee siif, sanyii keetiifis nan kenna*.
Sammenlign
Udforsk Seera Uumamaa 13:15
2
Seera Uumamaa 13:14
Loox erga isa irraa gargar ba'ee booddee Waaqayyo Abraamiin,<<Ol jedhi, lafa amma jirtu kanaa gara bitaa, gara mirgaa, gara ba'a-biiftuu, gara lixa-biiftuus ilaali!
Udforsk Seera Uumamaa 13:14
3
Seera Uumamaa 13:16
Ani sanyii kee akka biyyoo lafaa nan godha; namni biyyoo lafaa lakkaa'uu yoo danda'e, sanyiin kees akkasuma lakkaa'amuu in danda'a*
Udforsk Seera Uumamaa 13:16
4
Seera Uumamaa 13:8
Abraam yommus Looxiin,<<Nuyi waliif obboloota, kanaaf si'ii fi ana gidduutti, warra horii kee tiksanii fi warra horii koo tiksan gidduuttis qocolloon hin ta'in!
Udforsk Seera Uumamaa 13:8
5
Seera Uumamaa 13:18
Abraamis dunkaana isaa buqqifatee, gara mukkeetii qilxuu Mamree warra mandara Kebroonitti dhi'oo bira dhufee taa'e; achittis Waaqayyoof iddoo aarsaa ijaare*.
Udforsk Seera Uumamaa 13:18
6
Seera Uumamaa 13:10
Loox gara harka olii ilaalee, dachaan Yordaanos bishaan ba'eessa akka qabu, hamma mandara Zo'aarittis akka lafa dhaabaa Waaqayyoo, akka biyya Gibxiis akka ture in arge; kunis utuu Waaqayyo mandaroota Sodoomii fi Gomoraa hin balleessin ture*.
Udforsk Seera Uumamaa 13:10
Hjem
Bibel
Læseplaner
Videoer