Seera Uumamaa 13:10
Seera Uumamaa 13:10 MACQUL
Loox gara harka olii ilaalee, dachaan Yordaanos bishaan ba'eessa akka qabu, hamma mandara Zo'aarittis akka lafa dhaabaa Waaqayyoo, akka biyya Gibxiis akka ture in arge; kunis utuu Waaqayyo mandaroota Sodoomii fi Gomoraa hin balleessin ture*.