Logo YouVersion
Ikona vyhledávání

Wongeela Maatewoosii 28:19-20

Wongeela Maatewoosii 28:19-20 GAXNT

Tanaaf gara gosa biyya adda addaa deema'aatii maqaa Abba'aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyichaatiin isaan cuuphaa, barattoota tiyya godha'a. Waan ani isin ajaje maralle akka eegatanu barsiisa'a. Anille yennaa mara haga muummee biyya lafaa isin woliin jira” isaaniin jedhe.

Související videa