1
Yohannis 13:34-35
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
“Akka isin wal jaallattaniif ani ajaja haaraa isiniifin kenna. Akkuma ani isin jaalladhetti isinis akkasuma wal jaalladhaa. Yoo isin jaalala waliif qabaattan namoonni hundinuu akka isin barattoota koo taatan kanaan ni beeku.”
Porovnat
Zkoumat Yohannis 13:34-35
2
Yohannis 13:14-15
Yoos erga ani Gooftaa fi Barsiisaan keessan miilla keessan isinii dhiqee, isinis akkasuma miilla walii dhiquu qabdu. Akkuma ani isinii godhe kana isinis akka gootaniif ani fakkeenya isinii kenneera.
Zkoumat Yohannis 13:14-15
3
Yohannis 13:7
Yesuus immoo deebisee, “Waan ani hojjechaa jiru ati amma hin beektu; booddee garuu ni hubatta” jedheen.
Zkoumat Yohannis 13:7
4
Yohannis 13:16
Ani dhuguman, dhuguman isinitti hima; garbichi gooftaa isaa hin caalu; ergamaanis kan isa erge hin caalu.
Zkoumat Yohannis 13:16
5
Yohannis 13:17
Egaa isin yoo waan kana beektanii hojii irra oolchitan isin eebbifamoo dha.
Zkoumat Yohannis 13:17
6
Yohannis 13:4-5
kanaaf irbaata irraa kaʼee, wayyaa isaa kan irraan uffate of irraa fuudhee lafa kaaʼe; fooxaas mudhiitti hidhate. Ergasii gabateetti bishaan naqatee miilla barattootaa dhiquu fi fooxaa mudhiitti hidhate sanaanis haquu jalqabe.
Zkoumat Yohannis 13:4-5
Domů
Bible
Plány
Videa