1
Wongeela Maarqoosii 11:24
Guji Oromo New Testament 2007
Tanaaf ani isinitti hima; yennaa daadimattanuu fi waan tokko gaafattanu, akka fudhattaneetitti dhugeeffadha'a; wonni gaafattanu mara isiniif hin kennama.
Porovnat
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 11:24
2
Wongeela Maarqoosii 11:23
Dhugumaan isiniin jedha; eennulle gadhaa ifiititti adoo hin mamin gaara kanaan, ‘Asii ka'iitii, gara abbaaya'aa ifi darbi!’ yoo jedhe, wonni inni jedhulle akka teetuuf yoo dhugeeffate, wonni sun isaaf hin teeti.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 11:23
3
Wongeela Maarqoosii 11:25
Yennaa daadimatiisaaf kaatanee dhaabbattanu, abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru yakkaa keesssan akka isinii araaramu, eennulle irratti quuqaa yoo qabaattane araarama'a. [
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 11:25
4
Wongeela Maarqoosii 11:22
Yesuusille deebisee, “Waaqatti dhugeeffadha'a.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 11:22
5
Wongeela Maarqoosii 11:17
Achiin duuba inni, “ ‘Manni kiyya gosa maraafuu mana daadimataa te'a’ jedhamee barreeffameera. Isin ammoo goda hattuun itti dhokattu tolchitane” jedhee kolbaa barsiise.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 11:17
6
Wongeela Maarqoosii 11:9
Worri dura ideemanuu fi worri duubaan hordofanu, “Hosaa'inaa! maqaa Gootta'aatiin ka dhufu ka eebbifame!
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 11:9
7
Wongeela Maarqoosii 11:10
Mootummaan abbaa keenna Daawwitii ta dhuttu ta eebbifante! Ol-gubba'atti Hosaa'inaa!” qoonqoo guddo'oon jedhane.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 11:10
Domů
Bible
Plány
Videa