1
Wongeela Maarqoosii 10:45
Guji Oromo New Testament 2007
Ilmi namaa tajaajiliisaaf, namoota hedduulle wodiisaaf lubbuu ifii kenniisaaf dhufe malee, tajaajilamiisaaf hin dhunne” jedhe.
Porovnat
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:45
2
Wongeela Maarqoosii 10:27
Yesuus gara isaanii ilaalee, “Tun Waaqaaf malee namaaf hin dande'antu; Waaqaaf wonni maraa hin dande'anti” jedhe.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:27
3
Wongeela Maarqoosii 10:52
Yesuusille isaan, “Dhugeeffannaan teeti si fayyicheerti deemi!” jedhe.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:52
4
Wongeela Maarqoosii 10:9
Waan Waaqi wolitti qassiise nami gargar hin baasin!” isaaniin jedhe.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:9
5
Wongeela Maarqoosii 10:21
Yesuus isa hubatee ilaalee jaallatee, “Waan tokko calla'atti si irraa dhidhate. Dhaqii, waan qaddu gurguriitii, worra hiyyeeyyi'iif kenni, ol-gubba'atti hin duroontaa; achiin duuba koyiitii ana hordofi!” jedheen.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:21
6
Wongeela Maarqoosii 10:51
Yesuus, “Maan akka ani si'iif godhu barbaadda?” jedhee isa gaafate. Namichi ballaan deebisee, “Barsiisa'a! Ani dhaggiisaaf barbaada” jedheen.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:51
7
Wongeela Maarqoosii 10:43
Isin oddu'uutti ammoo akkas hin te'u; eennulle isin keessaa nama guddaa te'iisaaf ka barbaadu, tajaajilaa keessan te'uu ti.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:43
8
Wongeela Maarqoosii 10:15
Ani dhugumaan isinitti hima; eennulle mootummaa Waaqaa akka ijoolleen takka fudhattutti ka hin fudhanne, itti hin galu” jedhe.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:15
9
Wongeela Maarqoosii 10:31
Ammoo worri hedduun amma dura jiranu, worra duubaa hin te'an; worri hedduun amma duuba jiranu worra duraa hin te'an.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:31
10
Wongeela Maarqoosii 10:6-8
Jalqabatti yennaa dadaan dadantu, ‘Waaqi dhiiraa fi dubartii dade;’ ‘Waan kanaaf nami tokko abba'aa fi haadha ifii lakkisee ibidda ifii woliin wol qabatan. Isaan lachuu tokko te'an.’ Maarre yoona isaan foon tokko malee lamaanii moti.
Zkoumat Wongeela Maarqoosii 10:6-8
Domů
Bible
Plány
Videa