Macaafa Nahimiiyaa 6:9
Macaafa Nahimiiyaa 6:9 MACQUL
Isaan,<<Humna isaan buufnee hojichi akka dhaabatu in goona>> jedhanii waan yaadaniif, hundumti isaanii nu sodaachisuu in yaalan; ani garuu,<<Yaa Waaqayyo humna ana jabeessi!>> jedhee nan kadhadhe.