YouVersion Logo
Search Icon

WANGEELA MAARQOS 5:35-36

WANGEELA MAARQOS 5:35-36 MACQUL

Utuu Yesus kana dubbachaa jiruu namoonni mana Yaayiros geggeessituu mana sagadaa sanaa, dhufanii, ?Intalli kee duuteetti, si'achi immoo maaliif barsiisicha dhamaafta?? jedhaniin. Yesus garuu, waan dubbatame sana homaattuu utuu hin fudhatin, geggeessituu mana sagadaa sanaan, ?Hin sodaatin, amani duwwaa!? jedhe.