WANGEELA MAARQOS 12:41-42
WANGEELA MAARQOS 12:41-42 MACQUL
Al tokko Yesus fuullee qodaa buusii taa'ee, yeroo namoonni horii qodaa buusii sana keessa buusan in ilaala ture; namoonni warri badhaadhonni baay'een horii baay'ee keessa buusan*. Haati hiyyeessaa tokkos dhuftee, horii sibiilaa diddiimtuu kan akka saantiima lamaa qodicha keessa buufte.