YouVersion Logo
Search Icon

WANGEELA MAATEWOS 6:16-18

WANGEELA MAATEWOS 6:16-18 MACQUL

Yesus, ?Yeroodhuma soomtanitti immoo, akka warra of argisiiftuu nyaara keessan hin guurinaa! Isaan soomuun isaanii namootatti akka mul'atutti, fuula isaanii in boosomsu; dhuguman isinitti hima, isaan gatii isaanii fudhataniiru*. Ati garuu yeroodhuma soomtutti, mataa kee dibadhu, fuula kees dhiqadhu! Soomuun kee abbaa kee isa wanta dhoksaatti hojjetamu hundumaa argutti malee, namoota duratti akka hin mul'anne godhi! Abbaan kee inni wanta dhoksaatti hojjetamu hundumaa argu immoo gatii siif in kenna? jedhe*.

Video for WANGEELA MAATEWOS 6:16-18

Free Reading Plans and Devotionals related to WANGEELA MAATEWOS 6:16-18