YouVersion Logo
Search Icon

WANGEELA MAATEWOS 28:5-6

WANGEELA MAATEWOS 28:5-6 MACQUL

Ergamaan sun garuu warra dubartootaan, ?Isin Yesusin isa fannifamee ture akka barbaaddan anuu beeka. Hin sodaatinaa! Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa kaa'amee ture iyyuu ilaalaa*!