WANGEELA MAATEWOS 24:37-39
WANGEELA MAATEWOS 24:37-39 MACQUL
Bara Nohitti akkuma ture, bara dhufa ilma namaattis akkasuma in ta'a*. Bara sana bishaan badiisaa dura, hamma gaafa Nohi markabatti galetti, namoonni nyaachaa, dhugaa, fuudhaa, heerumaas turan. Isaan hamma gaafa bishaan badiisaa dhufee hunduma isaanii haree sokketti, utuu hin beekin akka turan, bara dhufa ilma namaattis akkasuma in ta'a*.