WANGEELA MAATEWOS 14:16-17
WANGEELA MAATEWOS 14:16-17 MACQUL
Yesus immoo, ?Dhaquu isaan hin barbaachisu, ofii keessanii waan isaan nyaatan kennaaf!? isaaniin jedhe. Isaan garuu deebisanii, ?Nuyi buddeena shanii fi qurxummii lama duwwaa asii qabna? jedhaniin.