Macaafa Miilkiyaas Raajichaa 1:11
Macaafa Miilkiyaas Raajichaa 1:11 MACQUL
Maqaan koo ba'a-biiftuutii saba biyya lafaa gidduutti guddaa in ta'a; maqaan koo saba biyya lafaa gidduutti guddaa waan ta'eef, iddoo hundumaatti ulfina maqaa kootiif ixaannii fi kennaan midhaanii in dhi'eeffama>> jedha; kana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate*.