WANGEELA LUQAAS 5:12-13
WANGEELA LUQAAS 5:12-13 MACQUL
Yesus mandara tokkotti argame. Namichi dhagni isaa guutuun lamxaa'e tokkos achi ture; inni Yesusin yommuu arge, adda isaatiin lafa dha'ee, ?Yaa gooftaa fedha kee yoo ta'e na qulleessuu in dandeessa? jedhee isa kadhate. Yesus hiixatee qabees, ?Fedheera qullaa'i!? jedhe; achumaan namichi lamxii isaa irraa qullaa'e.