WANGEELA YOHANNIS 2:7-8
WANGEELA YOHANNIS 2:7-8 MACQUL
Yesus yommus jaraan, ?Bishaan gaanota kanatti guutaa!? jedhe; kanaaf isaan hamma afaaniitti guutan. Kana booddee Yesus, ?Buusaatii isa cidhicha geggeessutti geessaa!? isaaniin jedhe; isaan yommus itti geessan.