YouVersion Logo
Search Icon

WANGEELA YOHANNIS 2:15-16

WANGEELA YOHANNIS 2:15-16 MACQUL

Yommus inni quncee irraa qaccee dha'atee, hunduma isaanii hoolota isaanii fi sangoota isaanii wajjin gad isaan oofe; horii warra horii gegeddaranii in bittimse, gabatootas gad gara galche. Warra gugee gurguraniin immoo, ?Kana keessaa gad baafadhaa! Mana abbaa kootiis mana bitaa gurgurtaa hin godhinaa!? jedheen*.