WANGEELA YOHANNIS 18:36
WANGEELA YOHANNIS 18:36 MACQUL
Yesus garuu deebisee, ?Mootummaan inni kan kootii mootummaa biyya lafa kanaa miti; utuu mootummaa biyya lafa kanaa ta'ee, akka ani warra Yihudootaatti hin kennamneef, namoonni koo anaaf in lolu turan; garuu mootummaan inni kan kootii mootummaa biyya lafa kanaa miti? jedhe*.