Macaafa Abboota Firdii 7:7
Macaafa Abboota Firdii 7:7 MACQUL
Waaqayyos Giidewoniin,<<Namoota dhibba sadan warra arraba isaaniitiin bishaan dhugan sanaan Israa'elin harka warra Miidiyaan nan oolcha, warra Miidiyaan immoo harka kee keessa nan buusa; dhibbi sadan sun duwwaan haa hafan malee, warri kaan hundinuu lafa dhufanitti haa deebi'an!>> jedhe.