YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Abboota Firdii 7:5-6

Macaafa Abboota Firdii 7:5-6 MACQUL

Giidewon namoota gara bishaaniitti in geesse; Waaqayyo immoo,<<Nama akka sareetti arraba isaatiin bishaan dhuguu fi nama jilbeenfatee dhugu gargar baasi!>> jedheen. Lakkoobsi namoota harka isaanii keessaa arraba isaaniitiin bishaan dhuganii dhibba sadii ture; warri hafan hundinuu garuu jilbeenfatanii in dhugan.

Video for Macaafa Abboota Firdii 7:5-6