Macaafa Abboota Firdii 7:3
Macaafa Abboota Firdii 7:3 MACQUL
Ammas namootatti lallabiitii,<<Namni isin keessaa sodaatee lapheen isaa sirbu tulluu Giil'aad irraa ka'ee gara manaatti haa deebi'u!>> jedhi!>> jedhe; yommus jara sana keessaa namoonni kumni digdamii lama gara manaatti deebi'an, namoonni kumni kudhan immoo achitti in hafan*.