Macaafa Isaayaas Raajichaa 63:9
Macaafa Isaayaas Raajichaa 63:9 MACQUL
yeroo isaan dhiphatan hundumaatti innis in dhiphate, ergamaan isaa inni isa bira jiru isaan in oolche; Waaqayyo ofii isaatii jaalala isaatii fi oo'a isaatiin isaan in fure; inni durii duriitii jalqabee yeroo hundaa ol fuudhee isaan in baate*