Macaafa Isaayaas Raajichaa 62:6-7
Macaafa Isaayaas Raajichaa 62:6-7 MACQUL
Yaa Yerusaalem, ani kelloota mandara kee irra eegdota kaa'eera, isaan halkanii fi guyyaa calluma hin jedhan; isin warri waa'ee Yerusaalem Waaqayyo duratti dhi'eessitan hin boqotinaa*! Hamma Waaqayyo Yerusaalemin deebisee jabeessee dhaabutti, hamma inni akka isheen biyya lafaa irratti jajamtu godhutti, boqonnaa isaaf hin kenninaa!