Seera Uumamaa 48:15-16
Seera Uumamaa 48:15-16 MACQUL
Inni ilmaan Yoseef yommuu eebbise, <<Waaqayyo inni akka Abrahaamii fi Yisihaq abboonni koo itti deddeebi'aa turan ilaale, Waaqayyo inni dhaloota kootii jalqabee hamma ammaatti na tikse*, Waaqayyo inni karaa ergamaa isaa hamaa hundumaa na oolche, ijoollee kana haa eebbisu! Isaan maqaa koo, maqaa Abrahaamii fi maqaa Yisihaq abboota kootii haa waamsisan! Irra lafaattis wal horanii haa baay'atan!>> jedhe.