Macaafa Izraa 6:22
Macaafa Izraa 6:22 MACQUL
Hojii mana Waaqayyo goofticha Israa'el hojjechuudhaaf irreen isaanii akka jabaatuuf, waaqayyumti ofii isaatii yaada mootii Asor gara isaaniitti deebisee waan isaan gammachiiseef, ayyaana Maxinoo guyyaa torbaaf gammachuudhaan in ayyaaneffatan*.