Macaafa Daani'el Raajichaa 6:22
Macaafa Daani'el Raajichaa 6:22 MACQUL
Waaqayyo koo ergamaa isaa ergee afaan leencotaa cufsiise, kanaaf isaan ana hin miine; anoo isa duratti mudaa malee nan argame, si durattis yaa mootii, dabaa hin hojjenne>> jedhe*.