Macaafa Daani'el Raajichaa 6:16
Macaafa Daani'el Raajichaa 6:16 MACQUL
Kana irratti mootichi abboomnaan Daani'elin fidanii boolla leencotaa keessa in buusan; mootichis Daani'eliin,<<Waaqayyo kee inni ati ittuma fuftee waaqessitu si haa oolchu!>> jedhe*.